Psalms 36:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbicha ch'ubbu garaa isaa keesa jirtuti hasaani; inni Waaqa dide diqole insodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan hennaa maraa uf keessatti waan hamaa yaada; sodaan Rabbii isa bira hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuun nama hamaa gadhaa ifii keessatti hammeenna akka yaadatu gooti; Inni ijjumaa Waaqa hin sodaatu.