Psalms 36:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama si beekhu akuma qara jaalate kaani jaalad'i. Nama d'uga qabule, akuma qara kaani waan d'uga tolchiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala kee ka bara baraa worra si beeku irratti; balchummaa kee worra garaa qajeela'aa irra diriirsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra si beekuuf, jaalalli keeti ka bara baraa, worra gadhaa-qajeela'aatiif balchummaan keeti irraa hin citin.