Psalms 36:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini afaani isaa keesaa baatu ch'ufti ta ch'ubbutiifi ta d'araa, ammalle inni waan dansa qajeeltu deebie intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin isaa ka hammeennaa fi dharaan guutame; waan mishaa maraa godhuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin afaan isaa hammeennaa fi dharaan guutanteerti; inni qarumma'aan hujiisaa fi waan dansaa godhiisa lakkiseera.