Psalms 36:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, jaalalti tante ta ind'umanne akami dansa! Nu koola kanke jalati nyaapa keenna duraa d'okhanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! jaalalli kee ka bara baraa hagam kabajjama'a! ilmaan namaa koola gaaddisa keetii abdatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, jaalalli keeti ka bara baraa attam attam ka gatii guddoo qabu! Kolbaan marti gaaddisa koola keetii jalatti baqatti.