Psalms 36:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu sagale guddo atini nu kennite sooranne; dansuma tante ta aka galaana yaatu d'unna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana keetitti nyaata guddaa ati isaanii kennite nyaatan; eebba kee ka akka galaanaa yaa'u irraa dhugan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan sagalee bacaa mana keetii nyaatan; ati laga keeti gammachiisaa irraa bisaan isaaniif kennita.