Psalms 37:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nami ufi inguddimne lafa d'aale woi horate, nagayaani taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara laafeyyiin garuu lafa dhaalan; nagaya guddaa argatanii usheexxan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gad ifi qabu lafa hin dhaalan; nageya gudda'aan hin gammadan.