Psalms 37:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan aka ch'ubbicha balleesani beekhufi isa kobla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu isaanitti kolfa; guyyaa isaan itti badan waan beekuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan nami hamaan sun badu akka dhufaaru waan beekuuf, Goottaan ammoo itti kolla.