Psalms 37:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti diqooni nami d'ugaa qabu, waan guddo nami ch'ubbu qabu ira jirti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti diqqaan balchaan qabu; qabeenna guddaa worri cubbamtootaa qaban caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karra nama hama'aa hedduu caalaa, karra nama balcha'aa diqqoo woyya.