Psalms 37:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi AABBO Waaqi ch'ubbicha irre isaa iraa fuud'a, ammo nama d'ugaa jabeese qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni worra hammeeyyi'ii hin caba; worra balchaa garuu Rabbi hin gargaara;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hunni worra hamaaleyyi'ii hin caddi; worra balchoolee ammoo Mootiin Waan Maraa hin utuba.