Psalms 37:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama isaa saalfatu jabeese, lafti haga jiru jireenna ta worraa taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi bara jireenna qulqullootaa hin beeka; lafti isaaniillee baraa haga bara baraa jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra komii hin qanne guyyuma guyya'aan eega; kennansi inni isaanii kenne haga bara baraa hin badu.