Psalms 37:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri yoosu aka buuyo goddu bade, aka mukha gogoge dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka margaa daddafanii gogan; akka baalaa quuran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka marraa ariifatanee hin gogan; akka baala bisile'ee hin qooran.