Psalms 37:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ch'ubbichi inuma bada; nyaapi AABBO Waaqaa akuma daraara yosu bue bade, aka aara yoosu dabra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbamtoonni garuu hin badan; diintonni Rabbii akka daraaraa lafa gammoojji'iititti harca'an; akka aaraa bittinnaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaaleyyiin ammoo hin badan; diinoti Mootii Waan Maraalle akka marra diidaa hin dhumatan; isaan akka aaraa hin badan.