Psalms 37:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi liqe fuud'e baasuu dad'aba, ammo nami d'ugaa arjomaani woi namaa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbamaan hin liqeeffata; garuu hin deebisu; balchaan garuu hin kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan liqaa hin deebisu; nami balchaan ammoo arjumma'aan kenna.