Psalms 37:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami AABBO Waaqi eebise lafa d'aala, ammo ka inni abaare keesaa gussani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Rabbi eebbise lafa dhaalan; worri Rabbi abaare garuu hin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootiin Waan Maraa eebbise lafa dhaalan; Worri Mootiin Waan Maraa abaare ammoo hin badan.