Psalms 37:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ejata nama qajeelche, nama isa gammachiisule jabeese qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna namaa Rabbitu jabeessa; deemsa isaatittillee Inni hin gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa karaa namaatitti yennaa gammade, karaa isaaf akeekee, ijjata isaa jabeessa.