Psalms 37:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma ya jaare, ganni kiyya ya d'eerate, ammo taka nama d'uga ka Waaqi lakise, ilmaani isaa sagale kad'atu ingarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ka'ima ture; amma jiraadheera; garuu hennaa namni balchaan gatamu; fiixaan isaa yoo nyaata kadhatan sirima hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dur dargageessa; amma dulloomeera; ani Mootiin Waan Maraa nama balchaa gateeruun, yookiin ijoolleen isaa sagalee kadhattuun ijjumaa dhaggee hin beeku.