Psalms 37:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja ch'ufa akanumati woi namaa kenne woi namaa liqeesa, ammalle ilmaani isaaleeni ta eebaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa hin kenna; hin liqeessa; ijoolleen isaallee ta eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan yennaa mara arjumma'aan kenna; hin liqeessalle'e; sanyiin isaalle worra dhibi'iif eebba hin teeti.