Psalms 37:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hamtu ira deebii, waan dansa tolchi, duuba akanaani d'alooti kanke haga jiru jireenna lafa tana keesa taa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa irraa fagaadhu; waan mishaa godhi; lafa tee irra bara baraan jiraattaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hantuu irraa deebi'ii, waan dansaa godhi; bara dheeraa hin leeta.