Psalms 37:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi AABBO Waaqi d'uga jaalata, gumi isaa qulqulloole illakisu. Inni haga jiru jireenna worra qorqorata, ammo ilmaani ch'ubbicha lafa keesa gussani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan murtii haqaa jaalatuuf; amanamtoota hin gatu; haga bara baraa isaan eega; fiixaa cubbama'aa garuu hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa muraa dhuga'aa waan jaalatuuf, inni worra isaaf addatamu hin lakkisu. Inni haga bara baraa nageyaan isaan eega; sanyiin worra hamaaleyyi'ii ammoo hin baddi.