Psalms 37:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa d'ugeefad'i, waan dansaa tolchi; lafale nagayaani keesa tai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin abdadhu; waan mishaa godhi; lafa irra jiraadhu; amanamumma'aan bobba'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraatitti addadhuu waan dansaa godhi; biyya keessa nageyaan le'i.