Psalms 37:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani nama d'uga qarooma ch'alla dubbatani, arabi isaaleeni dubbi qajeeltu ch'alla dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan nama balcha'aa ogummaa barsiisa; arrabni isaa haqa dubbata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan nama balcha'aa qarummaa odeessa; arrabi isaa haqa dubbata.