Psalms 37:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Seera Waaqaa jabeese qalbi keesa keeyata, haguma jiru ira ingoru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri Waaqa isaa garaa isaa keessa; lutti isaallee hin gufattu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri Waaqaa qalbii isaa keessa jira; miilli isaalle hin fallaadu.