Psalms 37:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo AABBO Waaqi harka nyaapa isaati illakisu, yokhaani hojja dubbi isa qorani aka wollaala iti murani ee injed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu dabarsee harka diina isaatitti isa hin kennu; murtii afoo yoo dhiyaatullee akka mooyatamu hin taasisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo harka diinaatitti isa hin kennu; muraa dura yennaa dhikaate, yakkaan akka itti murantu hin godhu.