Psalms 37:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama d'ugaa qajeela baase guyya gaargala worra qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fayyinni worra balcha'aa Rabbiin biraa dhufa; hennaa rakko'oollee irkoon isaanii Isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balchoolee hin baasa; yennaa rakkinnaa addeen isaan itti baqatanu isa.