Psalms 37:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gammada kanke AABBO Waaqa ira barbaadi, duuba inni waan garaani kanke fed'u ch'ufa sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbitti gammadi; Inni fedha garaa keetii maraa sii kennaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraatitti gammadi; inni halchaa gadhaa keetii si'iif hin kenna.