Psalms 37:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra qarqaare, nyaapa worra duraa baase; ammalle waan worri qarqaarsa isaati baqatefi inni harka ch'ubbichale jalaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi isaan gargaara; isaan oolcha; hammeeyyii harkaa butee isaan baasa; waan Isa irkoo godhataniif isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraatitti waan baqatanuuf, inni isaan qarqaaree, isaan baasa; inni harka worra hamaaleyyi'ii irraa isaan baasee, isaan hambura.