Psalms 37:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akuma aduuni guyyaa lafa guyyaasiftu, inni d'uga tante mullisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchummaa kee akka ifaa; haqa kee akka aduu guyya'aatitti ibsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni balchummaa teeti akka ifaa, haqa haajaa keetii akka aduu saafowaa hin godha.