Psalms 37:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami AABBO Waaqa eegatu lafa d'aala; ammo ch'ubbicha keesaa gussani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan hamaa hojjatan hin badan; worri Rabbiin abdatan garuu biyya dhaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaaleyyiin hin badan; Worri Mootii Waan Maraa eegatu ammoo lafa hin dhaalan.