Psalms 38:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na ijeesuu fed'u t'urura naa kaye, nami na gaargalchu fed'u badi tiyya dubbata; worri mala nati d'aachu illakisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri na ajjeesuu barbaadan siiboo na jala diriirsan; worri na miidhu'uuf karoorfatan dhaadatanii guyyaa guutuu na irratti mari'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na ijjeesiisaaf barbaadu tiyyoo natti afan; worri na miidhiisaaf barbaadu na balleessiisaaf mari'atan; isaan guyyaa guutuu mala natti dhowan.