Psalms 38:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini duuda gurraani woma ind'ageenne, ka afaanileeni woma indubbanne fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu akka nama gurri duudee hin dhageenneetii fi akka nama afaan duuda'aa ka dubbatuu hin dandeennee ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo akka nama gurra duudee, hin dhage'u; akka nama afaan duudee, hin dubbadhu.