Psalms 38:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama woma ind'ageenne, ka hojja yaamanile nama jalaa inowaanne fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan akka nama hin dhageenneetii fi akka nama deebii kennuu hin dandeennee ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan, ani akka nama hin dhageennee, akka nama deebii deebisuu hin dandeennee ti.