Psalms 38:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ee AABBO Waaqa, anini si d'aabad'a; ee AABBO Waaqa kiyya nami na jalaa owaatu siuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ani waan si hedadheef, Rabbi Waaqa kiyya! ati naa dhageetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani ammoo addi'iin si eegadha; Ee Goottaa Waaqa kiyya, atille deebii naaf hin kennita.