Psalms 38:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nyaapi kiyya badii tiyya arge na ingoyeesine tahu d'owi; ammalle aka worri badii tiyya arge inkoorre tahu d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Diintonni ija tuffi'iitiin akka na laalan hennaa lutti tiyya mucucaattu akka na irratti uf jajan hin godhin!» jedhee si kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, «Worri yennaa miilli kiyya mucucaatu na irratti kooru, akka isaan natti gammadanu hin godhin!» jedhe.