Psalms 38:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini t'iya teetiini na woraante, lafaani na d'oofte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eboo keetiin na woraanteerta; harka kee jaba'aan na dhoofteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daayi keeti na woraaneera; harki keeti gad na qabe.