Psalms 38:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami anini waan dansaa tolche ya nati gaargale nyaapa nati tahe, waan anini d'uga gula deemufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hujii mishaa waan hojjadheef bikka san waan mishaa naa deebisuu irra waan badaa naa deebisan, diina ta'anii natti ka'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani waan dansaa huju waan hantuu naaf deebisan; yennaa ani waan dansaa hordofu isaan na morman.