Psalms 38:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, na illakisiini; ee Waaqa kiyya naraa infagaatiini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! na hin gatin; Waaqa kiyya! na irraa hin fagaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, na hin lakkisin; Waaqa kiyya, na irraa hin fagaatin.