Psalms 38:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbuuni tiyya yayu aka fach'aa bisaani na liqimsite; isiini yayu baa ulfoo anini baachu indandeenne nati taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun kiyya waan natti guddateef, akka ba'aa gudda'aa natti ulfaateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yakkaan tiyya mataa kiyya irra dabarteerti; isiin akka ba'a'aa guddoo natti ulfaatteerti.