Psalms 38:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu gajed'e, ya lafati na mach'arsani, halkani guyya anini boha deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddisee miidhamee salphadhe; ani hennaa maraa gadda'aa jiraadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gad jedhee, guddoo gugguufe; guyyaa guutuu bowaa daaqe.