Psalms 38:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu laafe ufi jibbaad'e lafati na ch'arasani; gaarani kiyya na hamaate tae, d'ukubsad'e waad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhibamee guddisee rakkadhe; sababaa rakkoo kiyyaatiif hin worwaadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dadhabee, ijjumaa bututeera; gadhaan waan na raafameef aada.