Psalms 39:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Anini ufi qorqorad'a, aka arabi kiyya ch'ubbu keesa na imbuumne; anini hojja nami ch'ubbu na d'aatu jiru afaani qabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani, «Arraba kiyyaa fi hujii kiyya cubbuu irraa hin dhoogga; hulee namni hamaan jiru maratti afaan kiyya lugaamadha» jedhee waadaa gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, «Arraba kiyyaan cubbuu akka hin dubbanne lafa dhaqu maratti ifi hin eegadha; haga nami hamaan na bira jiru, ani womaa hin dubbadhu» jedheera.