Psalms 39:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Deebite na ind'aaniini, anini diquma d'abanaasa teetiini induiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa ati akka malee bala'aan na dhoofteef waan miidhameef balaa kee na irraa fageessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhowicha harka keetiitiin dadhabeera; dhowicha keeti na irraa kaasi.