Psalms 39:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini hojja ch'ubbu namaa agartuu gorsa jabaani isa qajeelchite, ammalle aka buuqataani woi balleesu waan nami suni jaalatu balleesita. D'uguma nami qilleensa ira injiru!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati nama cubbuu isaatiif hin gorsita; hin adabda; waan inni jaalatullee akka rimmaa jalaa balleessita; dhugamaan namni fixeensa hin gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati sababa yakkaa isaatiif, nama xixxee hin adadda; akka waan qu'een nyaattee karra isaa hin balleessita. Dhugumaan nami akka baafata hafuura tokkochaa ti.