Psalms 39:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja ch'ufa mudamsuuni na qabate, akuma anini ch'allise woi hereguuni gaargali nati guddate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan na gubate; yaadaan ibiddi natti qabate; achiin maayessa dubbachuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan kiyya na gubatee, yaada kiyya keessatti ibiddi gabbate; achiin duuba ani arraba kiyyaan dubbadhee,