Psalms 39:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani anini afaani qabachu dad'abe waan jed'e: Ee AABBO Waaqa, guyyaani kiyya yoomi? Anini yoomi dua? Guyya kiyya nati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaa! dhuma kiyyaa fi baay'inna bara kiyyaa akka beeku na taasisi; umuriin kiyya hagam gabaabaa akka ta'e natti himi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootii Waan Maraa kiyya, dhuma jiruu tiyyaa, barri jiruu tiyyaa hagam akka te'e natti himi; ani jiruun tiyya attam ariifattee dabariisatti akka jirtu beekuu ti!» jedhe.