Psalms 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani d'iiro, haga yoomi na arabsu lakiftani? Isani haga yoomi waan woma keesa injirre jaalattani waan d'ara gula yau lakiftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota nana, isin haga yoomii ulfinna kiyya diqqeessitan? haga yoomii waan gatii hin qabne jaalattan? soballee barbaaddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Kolba'a, isin haga yoomii ulfinna kiyya salphittan? Haga yoomii waan bu'aa hin qanne jaalattan? Haga yoomii dhara barbaaddan?