Psalms 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka AABBO Waaqi nama d'uga gula deemu ch'ufa fohate qaabad'a, hojja anini isa yaamad'u inni na d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi balchaa akka ufiif fooyate beekaa'a; ani hennaa Rabbiin kadhadhu inni naa dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra isaaf addatamaa te'e akka filate beeka'a; yennaa ani isa waammadhu naaf hin dhage'a.