Psalms 4:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorio d'uga AABBO Waaqaa baasa, waan ch'ufa keesa isa abdad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa sirri'ii Rabbii dhiyeessaa'a; hedoo keessanillee Rabbiin irra godhadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciincaa sirrii te'e dhikeessa'aatii, Mootii Waan Maraatitti addadha'a.