Psalms 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama hedduti jira ka Waaqa kad'ate, Ee AABBO, nu eebisi nu nahi jed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri waan mishaa eentu nutti mudhisa?» jedhan hedduu; kanaafuu yaa Rabbi! ifti fuula keetii nu irratti haa ifu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti, «Waan dansaa eentu nutti mudhisa?» jedhanee gaafatanu heddu'u; ee Mootii Waan Maraa, ifi fuula keetii nu irratti ifuu ti.