Psalms 4:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gammadi atini naa kennite, gammada worri mid'aanifi daad'i quufe argatu ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gammachuu namoonni nyaataa fi dhuddoo daadhii woyini'ii irraa argatan caalaa'a, gammachuu ati onnee tiyya keessa keettetu caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gammada worri dhibiin midhaanii fi woynii ifii irraa dhaggatu caalaa, ati na gammachiitteerta.