Psalms 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini gach'iisu anini nagayaani bula. Siuma ch'allati, ee AABBO Waaqa, nagayaani na oolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! akka ani nagayaan jiraadhu ka na taasisu si callaa waan ta'eef ani hennaa rafu, nagayaan rafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa, ka nageyaan na eegu, si qofa waan te'eef, ani yennaa irkadhu, nageyaan rafa.